Sie sind auf Seite 1von 2

Guyyaa

Mana murtii Olaanaa Godina shawaa kabaatif


Fiichee
Himataan: waajjira Poolisii aanaa Qinbibiit B/B obbo Darajjee Mokonnon
Himatamaan : Bulchiinsa Magaala Shanoo
Maallaqa adaraan himatamaa bira olkaawwanne qarshii 179000(--------)
kaffalchiisuf Bu’ura S/D/S/S/L/284ti sirna adeemsa ariifachiisan himannaa
dhiyaatedha
Himachuuf mirga qaba
Manni murtii himannaa kan fuudhe ilaaluf aangoo qaba
Ajaja yaamichaa himtatamaan ga’uu ni dandeenya
Himannikunibu’ura S/D/S/S/L/222,223tin guutee kan dhiyaatedha
Tarree himannaa keenyaa
Himataan waajjira poolsii waan ta’eef meeshaa koontiroobaandii qabee abbaa
taayitaa galiiwwanii feedaraalatif galii akka ta’u waan godheef bu’ua seeran
taa’een komishinii waajjira himataatif kennamu waajjirri himataa nagahee itti
kennee maallaqa komishinii kana itti fudhatu waan hin qabneef oggantoota
mana hojii himatamaa wajjin waliin dubbachuun kaffaltiin komishinii kuni
naga’eemana hojii himatamaatin akkaawuntii isaantitti galii ta’ee guyyaa hojiif
barbaanne nuuf kennuuf waliigallee bu’uruma kanaan abbaa taayitaa------
federala dame Qaallitti irraa maallaqa komishinii waajjira himataatif kenname
qarshii1790000------ na’ee----------------- guyyaa------------------- gara herreega
baankii himtamamaa lakk akkaawuntiii ------- ta’etti guyyaa------ galii kan ta’e
yoo ta’u mana hojii himataatis projektii ijaarsa dallaa waajjira poolsii aanichaa
qopheeffatee itti hojjachuuf mana hojii himatamaa yeroo adda addaa gaafchaa
kan ture yoo ta’u keessumatti xalayaa akeekkachiisa ------------- guyyaa-------
barreessef gan gaafate ta’us maallaqa kana nuuf kennuuf eeyyamamaa waan
hin taanef maallaqa kana kaffalchiisuf himachuuf dirqamnee jirra.
Seerummaan gaafannu
1, Waajjirri himatamaa himtaaf akka kaffalu akka itti nuuf murtaawu
2. Baasiifi kisaara sababa kanaan baafne baasii abukaatoo wajjin akka nuu
murtaawu kabajaan gaafanna.

Das könnte Ihnen auch gefallen